"KOOTTAA AKKA ITTI JAALALAA FI HUJII GAARIIF WAL-KAKAAFNU ITTI HAA YAANNU." ......Ibr 10:24

NUYI , FELLOWSHIIPPII AFAAN OROMOO BARATTOOTNI KIRISTIYAANAA YUUNIVERSITII ADAAMAA, HAMMA WAAQAYYO NU GARGAARE HOJII WAAQAYYOO MIILAAN DEEMNEES ,BAKKA JIRAANNU TEENYEES QILLEENSARRA ILLEE HOJJECHUUF KAANEE JIRRA.KUNIS FEDHA WAAQAYYOO YOO TA'E TAJAAJILA KEENYA ILLEE NAMOOTNI BAKKA JIRAN TAA'ANII AKKA HORDOFANIIF KAANEERRA.MAARREE ISINIS TAJAAJILA KEENYA KANATTI AKKA BOQATTANIIF WAAMICHA KEENYA ISINIIF DHIYYEESSINA.

BIYYA LAFAA NAGAATTI !

KAAYYOO WEBSAYITII KANAA

  • BARUMSA GARAA GARAA YEROO MURAASAA BOODA AS KEESSATII NAMOOTNI  AKKA ARGATANIIF.
  • BEEKSISAA FI WAAN HAARAA AS KEESSAA AKKA ARGATANIIF.
  • ADDUNYAA DURSUUF
  • SAGANTAALEE ONLINE(KALLATTIIN ) DABARSUUF.
  • NAMOOTNI WANGEELA OF HARKAA HIN QABNE AKKA ASII ARGATANIIF.
  • OGUMMAATIIN ADDUNYAA GUUTUUTTI WANGEELA LALLABUU FI NAMOOTA JAJJABEESSUUF.
  • Wal jajjabeessuuf
  • KKF































DHIIGA KIRISTOOSIIN OOLLEERRA!

WAANTOTA YEROO MURAASAA BOODA HOJJETAMAN   

  • TAJAAJILA VIDIO 
  • SUURA DHUGAA BAHUMSAAF OOLAN.
  • BARUMSA GARAA GARAA
  • GORSA GARAAGARAA
  • TOOFTAA ITTIIN TOKKUMMAAN AMANTOOTAA CIMU YAADA KENNUU FI BEEKSISUU
  • YAADA KENNUU
  • DHUGAA BAHUUN AKKAMITTI?
WEBSAAYITII KANA GADIIN NU HORDOFUU IN DAGATIINAA.

waamicha  

  • namootni ykn barattootni yaada kennuu barbaaddan yaada kan jedhu irratti click gochuun yaada kennuu dandeessu.
  • barumsa garaa garaa soft copy dhaan namootaaf kennuu kan barbaaddan fi website irra akka taa'u kan feetan email:faobkua2010@gmail.com kennuu ni dandeessu.
  • seenaa feloshiippichaa kan hundeeffamuu isaa beektan
     karaa email kanaa akka nuuf ergitan jaalala waaqayyootiin isin gaafanna.
 
 
Make a Free Website with Yola.